Isaayyaas 61:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Akkuma lafti latiiwwan biqilchitutti,Akkuma iddoon biqiltuu wanti irratti facaafame akka latu godhutti,Yihowaan Gooftaa Ol Aanaanis,Qajeelummaanii+ fi ulfinni saboota hundumaa duratti akka latu ni godha.+ Ermiyaas 31:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isaan dhufanii iddoo ol kaʼaa Xiyoon irratti ni ililchu,+Gaarummaa Yihowaatti,*Midhaanitti, daadhii wayinii haaraatti,+ zayitiitti,Ilmoolee bushaayee fi jabbileetti ni gammadu.+ Isaan akkuma iddoo biqiltuu akka gaariitti bishaan argatuu ni taʼu,+Matumaas deebiʼanii hin laafan.”+
11 Akkuma lafti latiiwwan biqilchitutti,Akkuma iddoon biqiltuu wanti irratti facaafame akka latu godhutti,Yihowaan Gooftaa Ol Aanaanis,Qajeelummaanii+ fi ulfinni saboota hundumaa duratti akka latu ni godha.+
12 Isaan dhufanii iddoo ol kaʼaa Xiyoon irratti ni ililchu,+Gaarummaa Yihowaatti,*Midhaanitti, daadhii wayinii haaraatti,+ zayitiitti,Ilmoolee bushaayee fi jabbileetti ni gammadu.+ Isaan akkuma iddoo biqiltuu akka gaariitti bishaan argatuu ni taʼu,+Matumaas deebiʼanii hin laafan.”+