LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Qaama keessan irraa bakki rukutamuu dandeessan hin jiru; maarree finciluu keessan kan itti fuftan maaliifi?+

      Guutummaan mataa dhibameera,

      Guutummaan garaas dhukkubsateera.+

  • Hisqiʼel 5:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Kun Yerusaalemi. Ani ishiitti biyyoota marsee saboota gidduu ishii kaaʼeera. 6 Ishiin garuu sabootaa fi biyyoota naannoo ishiitti argaman hundumaa caalaa wanta hamaa taʼe raawwachuudhaan, heerawwanii fi dambiiwwan koo irratti fincilteetti.+ Sababiin isaas, sabichi heerawwan koo tuffataniiru, akka dambiiwwan koottis hin deddeebine.’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi