LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 9:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Wantoota gocha hamaa taʼee fi yakka guddaa raawwanneen nutti dhufan kana hundumaa boodas, yaa Waaqa keenya, ati akka dogoggora keenyaatti nu irratti hin murteessine;+ kanaa mannaa, nuti warri as jirru akka oollu heyyamteetta;+

  • Nahimiyaa 9:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Wanta nutti dhufe hundumaatiin ati qajeelaa dha; sababiin isaas ati amanamaa dha; gocha hamaa kan raawwate nu dha.+

  • Daaniʼel 9:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 nuti cubbuu hojjenneerra, balleessaa fi hammina raawwanneerra, fincilleerras;+ ajajawwan kee fi murtiiwwan kee irraa gorreera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi