- 
	                        
            
            Isaayyaas 49:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
17 Ilmaan kee dafanii ni deebiʼu.
Warri si diiganii fi si balleessanis si dhiisanii ni deemu.
18 Ol jedhiitii guutummaa naannoo keetii ilaali.
Hundi isaanii walitti qabamaa jiru.+
Gara kee dhufaa jiru.
Yihowaan akkana jedha: “Lubbuu koo isa jiraataadhaan nan kakadha,
Ati akkuma faayaatti hunda isaaniitiin of miidhagsita,
Akkuma misirroon gootuttis ofitti isaan maxxansita.
 
 -