Isaayyaas 60:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Saboonni gara ifa keetti,+Mootonnis+ gara simboo* kee isa calaqqisutti ni dhufu.+ Isaayyaas 60:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yeroo sanatti ati kana argitee ni gammadda,+Onneen kee ni dhaʼata, baayʼees ni gammada,Sababiin isaas, qabeenyi galaanaa gara keetti ni fidama;Badhaadhinni sabootaas gara kee ni dhufa.+
5 Yeroo sanatti ati kana argitee ni gammadda,+Onneen kee ni dhaʼata, baayʼees ni gammada,Sababiin isaas, qabeenyi galaanaa gara keetti ni fidama;Badhaadhinni sabootaas gara kee ni dhufa.+