-
Sefaaniyaa 3:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Kunoo, ani yeroo sanatti warra si cunqursan hundumaa irratti tarkaanfii nan fudhadha;+
Isa okkolu nan oolcha,+
Warra bittinnaaʼanis walitti nan qaba.+
Biyya itti qaaneffaman hundumaa keessatti
Akka jajamanii fi beekamtii* akka argatan nan godha.
20 Ani yeroo sanatti deebisee isin nan fida,
Eeyyee, yeroo sanatti walitti isin nan qaba.
-