LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 61:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Isin bakka qaanii gaʼee dachaa ni qabaattu,

      Isaanis bakka salphinaa qooda argatanitti ni ililchu.

      Eeyyee, isaan biyya isaanii keessatti gaʼee dachaa ni dhaalu.+

      Gammachuun bara baraas kan isaanii ni taʼa.+

  • Ermiyaas 30:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Tajaajilaa koo kan taate yaa Yaaqoob, hin sodaatin,

      Yaa Israaʼel, hin naʼin.+

      Sababiin isaas, ani siin biyya fagoo irraa,

      Sanyii kees biyya boojiʼamanii itti fudhataman irraa nan deebisa.+

      Yaaqoob ni deebiʼa, utuu hin jeeqamin tasgabbiidhaan ni jiraata,

      Kan isa sodaachisus hin jiraatu” jedha Yihowaan.+

  • Ermiyaas 33:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Warra Yihudaa keessaa boojiʼamanii fi warra Israaʼel keessaa boojiʼaman deebisee nan fida;+ akkuman jalqaba godhettis isaan nan ijaara.+

  • Ermiyaas 33:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ishiinis saboota lafaa warra gaarummaa ani isaaniif godhu hundumaa dhagaʼan hundumaa duratti anaaf maqaa gammachuu, akkasumas kanan ulfinaa fi miidhagina ittiin argadhu ni taati.+ Isaan gaarummaa fi nagaa ani ishiidhaaf kennu hundumaatiin kan kaʼe+ ni naʼu, ni hollatus.’”+

  • Hisqiʼel 39:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 “Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Ani warra Yaaqoob keessaa boojiʼaman iddootti nan deebisa;+ guutummaa mana Israaʼelittis gara laafina nan argisiisa;+ qulqullina maqaa kootiif nan falma.*+

  • Hisqiʼel 39:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yommuun saboota keessaa deebisee isaan fiduttii fi biyyoota diinota isaanii keessaa walitti isaan qabutti+ saboota hedduu duratti isaan gidduutti of nan qulqulleessa.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi