Ermiyaas 33:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Bara sanatti Yihudaan ni oolti;+ Yerusaalemis tasgabbiidhaan ni jiraatti.+ Maqaan ishiin ittiin waamamtus, “Yihowaan Qajeelummaa Keenya Dha” kan jedhu taʼa.’”+ Hisqiʼel 34:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 “‘“Ani isaanii wajjin kakuu nagaa nan gala;+ isaan lafa onaa keessa tasgabbiidhaan akka jiraatanii fi bosona keessa akka ciciisaniif+ bineensota bosonaa hamoo taʼan biyyattii keessaa haxaaʼee nan balleessa.+ Hoseʼaa 2:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Guyyaa sanatti ani isaaniif jedhee bineensota bosonaa wajjin,Simbirroota samii fi uumamawwan lafa irra munyuuqanii wajjin kakuu nan gala;+Iddaa, goraadee fi waraana biyyattii keessaa nan balleessa;+Tasgabbiidhaan akka ciisanis* nan godha.+ Miikiyaas 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Tokkoon tokkoon isaanii muka wayinii isaanii fi muka harbuu isaanii jala ni taaʼu,*+Eenyu iyyuu isaan hin sodaachisu,+Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa kana dubbateera.
16 Bara sanatti Yihudaan ni oolti;+ Yerusaalemis tasgabbiidhaan ni jiraatti.+ Maqaan ishiin ittiin waamamtus, “Yihowaan Qajeelummaa Keenya Dha” kan jedhu taʼa.’”+
25 “‘“Ani isaanii wajjin kakuu nagaa nan gala;+ isaan lafa onaa keessa tasgabbiidhaan akka jiraatanii fi bosona keessa akka ciciisaniif+ bineensota bosonaa hamoo taʼan biyyattii keessaa haxaaʼee nan balleessa.+
18 Guyyaa sanatti ani isaaniif jedhee bineensota bosonaa wajjin,Simbirroota samii fi uumamawwan lafa irra munyuuqanii wajjin kakuu nan gala;+Iddaa, goraadee fi waraana biyyattii keessaa nan balleessa;+Tasgabbiidhaan akka ciisanis* nan godha.+
4 Tokkoon tokkoon isaanii muka wayinii isaanii fi muka harbuu isaanii jala ni taaʼu,*+Eenyu iyyuu isaan hin sodaachisu,+Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa kana dubbateera.