-
Isaayyaas 11:6-8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yeeyyiin xobbaallaa hoolaa wajjin ni jiraata,+
Qeerransis ilmoo reʼee wajjin ni ciisa,
Jabbiin, leencii* fi horiin gabbataan waliin ni jiraatu;*+
Mucaan xinnoonis isaan ni tiksa.
7 Saanii fi amaakenni waliin ni dheedu,
Ilmooleen isaaniis waliin ni ciciisu.
Leencis akkuma qotiyyoo galabaa ni nyaata.+
8 Daaʼimni harma hodhu manʼee marʼataa irra ni taphata,
Daaʼimni harma guʼes harka isaa boolla bofa summii qabuu keessa ni kaaʼa.
-