Hoseʼaa 2:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Guyyaa sanatti ani isaaniif jedhee bineensota bosonaa wajjin,Simbirroota samii fi uumamawwan lafa irra munyuuqanii wajjin kakuu nan gala;+Iddaa, goraadee fi waraana biyyattii keessaa nan balleessa;+Tasgabbiidhaan akka ciisanis* nan godha.+
18 Guyyaa sanatti ani isaaniif jedhee bineensota bosonaa wajjin,Simbirroota samii fi uumamawwan lafa irra munyuuqanii wajjin kakuu nan gala;+Iddaa, goraadee fi waraana biyyattii keessaa nan balleessa;+Tasgabbiidhaan akka ciisanis* nan godha.+