Isaayyaas 49:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yihowaan garuu akkana jedha: “Warri nama jabaadhaan boojiʼaman illee isa harkaa ni baafamu,+Warri cunqursitootaan boojiʼamanis ni gadhiisifamu.+ Warra si morman nan morma,+Ilmaan kees nan oolcha. Ermiyaas 3:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “Bara sanatti manni Yihudaa, mana Israaʼelii wajjin waliin ni deemu;+ isaan waliin taʼuudhaan biyya kaabaa irraa gara biyya ani dhaala godhee abbootii keessaniif kenne sanaatti ni dhufu.+
25 Yihowaan garuu akkana jedha: “Warri nama jabaadhaan boojiʼaman illee isa harkaa ni baafamu,+Warri cunqursitootaan boojiʼamanis ni gadhiisifamu.+ Warra si morman nan morma,+Ilmaan kees nan oolcha.
18 “Bara sanatti manni Yihudaa, mana Israaʼelii wajjin waliin ni deemu;+ isaan waliin taʼuudhaan biyya kaabaa irraa gara biyya ani dhaala godhee abbootii keessaniif kenne sanaatti ni dhufu.+