LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 9:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yaa intala Xiyoon, baayʼee gammadi.

      Yaa intala Yerusaalem, injifannoodhaan iyyi.

      Kunoo, mootiin kee gara kee ni dhufa.+

      Inni qajeelaa dha, fayyina ni argamsiisa,*

      Kan gad of qabu dhas;+ harree irra taaʼee,

      Ilmoo harree,* eeyyee, ilmoo harree irra taaʼee ni dhufa.+

  • Maatewos 21:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Akkana jedhaa intala Xiyoonitti himaa: ‘Kunoo, mootiin kee garraamii+ taʼee, harree irra, eeyyee, ilmoo harree ishii horii feʼumsaa taate irra taaʼee gara kee ni dhufa.’”+

  • Yohaannis 12:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Yaa intala Xiyoon, hin sodaatin. Kunoo, mootiin kee ilmoo harree irra taaʼee dhufa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi