Ermiyaas 31:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 “Efreem ilma koo isan iddoo guddaa kennuuf, mucaa koo isa jaallatamaa mitii?+ Ani yeroo baayʼee kanan isatti dheekkamu taʼus, amma iyyuu isa nan yaadadha. Marʼimaan koo kan isaaf raafamu kanaafi.+ Ani dhugumaan isaaf nan gadda” jedha Yihowaan.+
20 “Efreem ilma koo isan iddoo guddaa kennuuf, mucaa koo isa jaallatamaa mitii?+ Ani yeroo baayʼee kanan isatti dheekkamu taʼus, amma iyyuu isa nan yaadadha. Marʼimaan koo kan isaaf raafamu kanaafi.+ Ani dhugumaan isaaf nan gadda” jedha Yihowaan.+