LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 1:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Sababiin isaas, isin mukeetii guguddoo hawwitan sanaan kan kaʼe ni qaaneffamtu,+

      Iddoowwan biqiltuu* filattan sanaan kan kaʼes ni salphifamtu.+

  • Isaayyaas 66:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Warri isa walakkaatti argamu sana duukaa buʼuudhaan, gara iddoowwan biqiltuutti*+ seenuuf of qulqulleessanii fi of dhiqan, warri foon booyyee,+ wantoota jibbisiisoo fi hantuuta+ nyaatan hundi waliin ni dhumu” jedha Yihowaan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi