Isaayyaas 65:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaan saba yeroo hundumaa fuula koo duratti,+Iddoo biqiltuu keessatti aarsaa dhiheessuudhaan,+ xuubii irrattis aarsaa aarfamu dhiheessudhaan na dheekkamsiisani dha. Isaayyaas 66:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Warri isa walakkaatti argamu sana duukaa buʼuudhaan, gara iddoowwan biqiltuutti*+ seenuuf of qulqulleessanii fi of dhiqan, warri foon booyyee,+ wantoota jibbisiisoo fi hantuuta+ nyaatan hundi waliin ni dhumu” jedha Yihowaan.
3 Isaan saba yeroo hundumaa fuula koo duratti,+Iddoo biqiltuu keessatti aarsaa dhiheessuudhaan,+ xuubii irrattis aarsaa aarfamu dhiheessudhaan na dheekkamsiisani dha.
17 “Warri isa walakkaatti argamu sana duukaa buʼuudhaan, gara iddoowwan biqiltuutti*+ seenuuf of qulqulleessanii fi of dhiqan, warri foon booyyee,+ wantoota jibbisiisoo fi hantuuta+ nyaatan hundi waliin ni dhumu” jedha Yihowaan.