LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 17:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Isaan ajajawwan Waaqa isaanii Yihowaa hunda ni dhiisan; siidaawwan jabbilee lama sibiila irraa* ni tolchan;+ utubaa waaqeffannaa*+ tokkos ni hojjetan; guutummaa raayyaa samiitiif ni sagadan;+ Baʼaaliinis ni tajaajilan.+ 17 Ijoollee dhiiraa isaanii fi ijoollee durbaa isaanii ibiddaan ni guban;*+ falfala ni raawwatan;+ milkii ni ilaallatan; isa dheekkamsiisuufis wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe hojjechuuf dabarsanii of kennan.

  • Ermiyaas 32:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Kaladoonni magaalaa kana waraananis seenanii magaalattiitti ibidda ni qabsiisu;+ magaalattii fi manneen warra namoonni baaxiiwwan isaanii irratti na dheekkamsiisuuf Baʼaaliif aarsaawwan dhiheessanii fi waaqolii kan birootiif aarsaawwan dhugaatii dhangalaasan+ sanas ni gubu.’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi