LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 60:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Namoonni kee hundi qajeelota ni taʼu;

      Bara baraafis biyyattii ni dhaalu.

      Isaan latii ani dhaabe,

      Hojii harka kootii+ isan ittiin of miidhagsu dha.+

  • Hisqiʼel 37:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “Achiis akkana isaaniin jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Ani saboota isaan gara isaanii dhaqan sana gidduudhaa Israaʼelota nan baasa; kallattii hundumaa irraa walitti isaan qabees gara biyya isaaniitti isaan nan fida.+

  • Obaadiyaa 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Warri miliqan garuu Gaara Xiyoon irra ni jiraatu,+

      Innis qulqulluu ni taʼa;+

      Manni Yaaqoobis wanta kan isaanii taʼe ni dhaalu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi