-
Isaayyaas 14:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Namoonni kunis fudhatanii gara biyya ofii isaaniitti isaan geessu; manni Israaʼel biyya Yihowaa keessatti tajaajiltoota dhiiraa fi tajaajiltoota durbaa godhanii isaan ni dhaalu;+ warra isaan boojiʼanii turan sana ni boojiʼu; warra dirqisiisanii isaan hojjechiisaa turanis* toʼannaa jala ni galfatu.
-