-
Ermiyaas 16:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “Yihowaan akkana jedha: ‘Haa taʼu malee, kana booda guyyaan isaan, “Yihowaa isa jiraataa taʼe, isa saba Israaʼel biyya Gibxii keessaa baaseen nan kakadha!” itti hin jenne ni dhufa;+ 15 kanaa mannaa isaan, “Yihowaa isa jiraataa taʼe, isa saba Israaʼeliin biyya kaabaa fi biyyoota itti isaan faffacaasee ture hundumaa keessaa baasee fideen nan kakadha!” jedhu; anis gara biyya isaanii isan abbootii isaaniitiif kennetti isaan nan deebisa.’+
-