LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 28:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Kana malees, Akaaz miʼawwan mana Waaqa dhugaa walitti ni qabe; achiis miʼawwan mana Waaqa dhugaa sana ni caccabse;+ balbaloota mana Yihowaa ni cufe;+ qarqara daandiiwwan Yerusaalem hundumaattis ofii isaatiif iddoowwan aarsaa ni ijaare.

  • 2 Seenaa Baraa 34:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Isaan waan na dhiisaniif,+ akkasumas hojii harka isaanii hundumaatiin na dheekkamsiisuuf waaqolii kan birootiif aarsaawwan aarfaman waan dhiheessaniif,+ dheekkamsi koo iddoo kana irratti ni dhangalaʼa; hin dhaamus.’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi