Isaayyaas 54:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 54 “Yaa dubartii dhabduu* taatee fi ijoollee deessee hin beekne nana, ililchi!+ Ilmaan dubartii abbaa manaa* qabdu sanaa caalaa,Ilmaan* ishii dhiifamte sanaa baayʼee waan taʼaniif,+Yaa ishii matumaa ciniinsifattee hin beekne nana,+ gammadi, ililchis”+ jedha Yihowaan.
54 “Yaa dubartii dhabduu* taatee fi ijoollee deessee hin beekne nana, ililchi!+ Ilmaan dubartii abbaa manaa* qabdu sanaa caalaa,Ilmaan* ishii dhiifamte sanaa baayʼee waan taʼaniif,+Yaa ishii matumaa ciniinsifattee hin beekne nana,+ gammadi, ililchis”+ jedha Yihowaan.