-
Isaayyaas 7:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Sababiin isaas, mucichi wanta hamaa jibbuu fi wanta gaarii filachuu baruu isaa dura, biyyi mootota lamaan warri ati sodaatte sanaa guutummaatti ni ona.+
-
-
Isaayyaas 8:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Sana booda raajittii* wajjin saalqunnamtii nan raawwadhe;* ishiinis ulfooftee ilma ni deesse.+ Yihowaanis akkana naan jedhe: “Maqaa isaa Maahaar-shaalaal-haash-baaz jedhii moggaasi; 4 sababiin isaas, mucichi, ‘Aabbaa! Harmee!’ jedhee waamuu baruu isaa dura qabeenyi Damaasqoo fi boojuun Samaariyaa mootii Asoor duratti ni fudhatama.”+
-