LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 65:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Ani Yaaqoob keessaa sanyii tokko,

      Yihudaa keessaas isa gaarota koo dhaalu nan baasa;+

      Warri ani filadhe isa ni dhaalu,

      Tajaajiltoonni koos achi ni jiraatu.+

  • Hoseʼaa 1:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Lakkoofsi saba* Israaʼel akkuma cirracha galaanaa isa safaramuu yookiin lakkaaʼamuu hin dandeenyee ni taʼa.+ Isaan bakkuma, ‘Isin saba koo miti’ itti jedhamanitti,+ ‘Ilmaan Waaqa jiraataa’ ni jedhamu.+ 11 Sabni Yihudaa fi sabni Israaʼel tokkummaadhaan walitti ni qabamu;+ ofii isaaniitiifis dura buʼaa tokko filatanii biyyattii keessaa ni baʼu; sababiin isaas, guyyaan Yezriʼel guddaa ni taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi