LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 137:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yaa intala Baabilon ishii yeroo dhihootti balleeffamtu nana,+

      Inni akkuma nu cunqursitetti si cunqursuudhaan

      Gatii kee siif deebisu gammadaa ni taʼa.+

  • Ermiyaas 51:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Baabilonis tuullaa dhagaa,+

      Holqa sardiidotaa,+

      Wanta sodaachisaa fi wanta itti siiqsamu,

      Bakka namni keessa hin jiraannes ni taati.+

  • Mulʼata 18:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Innis sagalee guddaadhaan akkana jedhee iyye: “Kufteetti! Baabilon Guddittiin kufteetti;+ ishiin bakka jinniiwwan jiraatan, bakka hafuuronni xuraaʼoon hundi, simbirroonni xuraaʼoonii fi jibbisiisoon hundi keessa jiraatan taateetti!+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi