LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 50:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Warra xiyya darbatan,

      Warra iddaa dabsan* hundumaas Baabilon irratti waamaa.+

      Naannoo ishii hundumaatti marsaa; eenyu iyyuu akka miliqu hin godhinaa.

      Akka gocha ishiitti ishiidhaaf deebisaa.+

      Wantuma ishiin raawwatte ishii irratti raawwadhaa.+

      Sababiin isaas, ishiin Yihowaa irratti,

      Isa Qulqulluu kan Israaʼel irratti gocha of tuulummaa raawwatteetti.+

  • Daaniʼel 5:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Haa taʼu malee, ati ilmi isaa Belshaazaar kana hundumaa kan beektu taʼus, gad of hin qabne. 23 Kanaa mannaa, Gooftaa samii irratti ol of qabde;+ miʼawwan mana isaa akka siif fidanis ni goote.+ Achiis ati, guguddoonni kee, saajjatoonni kee fi haadhotiin manaa kee warri kaan daadhii wayinii ittiin dhugdanii waaqolii meetii, warqii, sibiila diimaa, sibiila, mukaa fi dhagaa irraa tolfaman warra homaa hin argine, hin dhageenyee fi hin beekne jajattan.+ Waaqa isa hafuurri kee fi daandiiwwan kee hundi harka isaa keessa jiruuf garuu ulfina hin kennine.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi