LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 43:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yihowaan inni isin furu,+ Inni Qulqulluun kan Israaʼel+ akkana jedha:

      “Ani isiniif jedhee raayyaa waraanaa tokko gara Baabilonitti nan erga, danqaraawwan karra hundumaas nan diiga,+

      Kaladoonnis dooniiwwan isaanii keessatti dhiphinaan ni iyyu.+

  • Ermiyaas 50:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yihowaan mana kuusaa isaa baneera,

      Meeshaawwan waraanaa dheekkamsa isaas gad ni baasa.+

      Sababiin isaas, Gooftaa Ol Aanaa kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa

      Biyya Kaladootaa keessatti hojii tokko qaba.

  • Ermiyaas 51:56
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 56 Sababiin isaas, inni badiisa geessisu Baabilon irratti ni dhufa;+

      Yihowaan Waaqa haaloo baʼu waan taʼeef,+

      Loltoonni ishii ni qabamu,+

      Iddaawwan isaanii ni caccabu.

      Inni dhugumaan gatii ishii ishiidhaaf ni deebisa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi