2 Seenaa Baraa 26:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ooziyaan+ yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 16 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 52f ni bulche. Maqaan haadha isaa Yikooliyaa yeroo taʼu, ishiin nama Yerusaalem turte.+ 2 Seenaa Baraa 26:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Innis baʼee Filisxeemotaa+ wajjin wal waraanuudhaan, dallaa Gaat,+ dallaa Yaabnee+ fi dallaa Ashdood+ ni diige. Achiis naannoo Ashdoodii fi naannoo Filisxeemotaa keessatti magaalota ni ijaare.
3 Ooziyaan+ yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 16 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 52f ni bulche. Maqaan haadha isaa Yikooliyaa yeroo taʼu, ishiin nama Yerusaalem turte.+
6 Innis baʼee Filisxeemotaa+ wajjin wal waraanuudhaan, dallaa Gaat,+ dallaa Yaabnee+ fi dallaa Ashdood+ ni diige. Achiis naannoo Ashdoodii fi naannoo Filisxeemotaa keessatti magaalota ni ijaare.