LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 15:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Inni booʼuuf, gara Manichaattii* fi gara Diboonitti,+

      Gara iddoowwan ol kaʼootti ol baʼeera.

      Moʼaab Neboo+ fi Medebaadhaaf+ ni gadooddi.

      Mataan hundi haadameera,+ areedni hundis murameera.+

  • Ermiyaas 48:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Moʼaab qaanofteetti, jeeqamteettis.

      Isin gadoodaa, iyyaas.

      Moʼaab balleeffamuu ishii Arnoon+ keessatti labsaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi