LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 15:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Garaan koo Moʼaabiif ni booʼa.

      Baqattoonni ishii hamma Zoʼaarii+ fi hamma Eglaat Sheliishiyaatti+ baqataniiru.

      Isaan yommuu ol baʼan irraan gadee Luhiit irratti ni booʼu;

      Balaa gaʼeen kan kaʼes daandii gara Horonaayimitti geessu irratti ni iyyu.+

  • Ermiyaas 48:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 ‘Garaan koo akkuma ululleetti* Moʼaabiif kan aadu* kanaafi,

      Garaan koo akkuma ululleetti* namoota Qiir Hereesiif ni aada.*+

      Sababiin isaas, qabeenyi inni horate ni bada.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi