Ermiyaas 49:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Dubbii Damaasqoo+ ilaalchisee dubbatame: Oduu hamaa waan dhagaʼaniifHamaatii+ fi Arpaad qaana’aniiru. Isaan sodaadhaan baqaniiru. Galaanicha keessa jeequmsa tasgabbaaʼuu hin dandeenyetu jira. Zakkaariyaas 9:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Murtii Waaqayyo dabarse: “Dubbiin Yihowaa biyya Hadraak irratti dhufeera,Damaasqoon akeeka* isaa taateetti,+Sababiin isaas, ijji Yihowaa ilmaan namootaa irra,+Gosoota Israaʼel hundumaa irra jira.
23 Dubbii Damaasqoo+ ilaalchisee dubbatame: Oduu hamaa waan dhagaʼaniifHamaatii+ fi Arpaad qaana’aniiru. Isaan sodaadhaan baqaniiru. Galaanicha keessa jeequmsa tasgabbaaʼuu hin dandeenyetu jira.
9 Murtii Waaqayyo dabarse: “Dubbiin Yihowaa biyya Hadraak irratti dhufeera,Damaasqoon akeeka* isaa taateetti,+Sababiin isaas, ijji Yihowaa ilmaan namootaa irra,+Gosoota Israaʼel hundumaa irra jira.