LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 13:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Kanaafuu, isaan ol baʼanii lafa onaa Ziin+ irraa hamma Rehoob+ ishii Lebo Hamaat*+ biratti argamtuutti biyyattii ni basaasan.

  • 2 Mootota 17:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Achiis mootiin Asoor Baabilon, Kuutaa, Aawaa, Hamaatii fi Sefaarwaayim+ keessaa namoota fuudhee, magaalota Samaariyaa keessatti bakka Israaʼelotaa isaan qubachiise; isaanis Samaariyaa fudhatanii magaalota ishii keessa jiraachuu jalqaban.

  • Zakkaariyaas 9:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Murtii Waaqayyo dabarse:

      “Dubbiin Yihowaa biyya Hadraak irratti dhufeera,

      Damaasqoon akeeka* isaa taateetti,+

      Sababiin isaas, ijji Yihowaa ilmaan namootaa irra,+

      Gosoota Israaʼel hundumaa irra jira.

       2 Akkasumas Hamaat+ ishii ishii daangessitu,

      Xiirosii+ fi Siidooniinis+ akeeka isaa godhateera; sababiin isaas, isaan baayʼee ogeeyyii akka taʼanitti yaadu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi