Isaayyaas 17:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Murtii Damaasqoo irratti dabarfame:+ “Kunoo, Damaasqoon magaalaa taʼuun ishii ni hafa,Ishiin tuullaa diiggaa ni taati.+ Amoos 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 “Yihowaan akkana jedha:‘“Fincila* Damaasqoon siʼa sadii, eeyyee, siʼa afur raawwatteen kan kaʼe, ani wantan murteesse hin jijjiiru;Sababiin isaas, isaan konkolaataa sibiilaa ittiin midhaan siribsiisan* Giiliyaad irra deemsisaniiru.+
17 Murtii Damaasqoo irratti dabarfame:+ “Kunoo, Damaasqoon magaalaa taʼuun ishii ni hafa,Ishiin tuullaa diiggaa ni taati.+
3 “Yihowaan akkana jedha:‘“Fincila* Damaasqoon siʼa sadii, eeyyee, siʼa afur raawwatteen kan kaʼe, ani wantan murteesse hin jijjiiru;Sababiin isaas, isaan konkolaataa sibiilaa ittiin midhaan siribsiisan* Giiliyaad irra deemsisaniiru.+