Hisqiʼel 30:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ani boʼoowwan Abbayyaa gara lafa gogaatti nan jijjiira;+ biyyattiis namoota hamootti dabarsee nan gurgura. Biyyattiis taʼe wanta ishii keessatti argamu hundumaa harka namoota biyya ormaatiin ona nan godha.+ Ani Yihowaan kana dubbadheera.’ Zakkaariyaas 10:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Inni galaanicha jeequudhaan isa gidduu ni darba;Galaanicha keessattis dambaliiwwan ni rukuta;+Bishaanonni Abbayyaa gad fagoo taʼan hundis ni gogu. Of tuulummaan Asoor gad ni qabama,Uleen mootummaa Gibxiis ni bada.+
12 Ani boʼoowwan Abbayyaa gara lafa gogaatti nan jijjiira;+ biyyattiis namoota hamootti dabarsee nan gurgura. Biyyattiis taʼe wanta ishii keessatti argamu hundumaa harka namoota biyya ormaatiin ona nan godha.+ Ani Yihowaan kana dubbadheera.’
11 Inni galaanicha jeequudhaan isa gidduu ni darba;Galaanicha keessattis dambaliiwwan ni rukuta;+Bishaanonni Abbayyaa gad fagoo taʼan hundis ni gogu. Of tuulummaan Asoor gad ni qabama,Uleen mootummaa Gibxiis ni bada.+