Leewwota 26:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu. Fakkeenya 29:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Namni yeroo baayʼee erga ifatamee booda boquu isaa jabeessu*+Akkuma tasaa ni caba, fayyuus hin dandaʼu.+
33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu.
29 Namni yeroo baayʼee erga ifatamee booda boquu isaa jabeessu*+Akkuma tasaa ni caba, fayyuus hin dandaʼu.+