-
Hisqiʼel 26:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Ani qarsaa calaqqisuu fi qullaa taʼe sin godha; atis bakka saaphana qurxummii afanii itti gogsan taata.+ Kana kan dubbate ana Yihowaa waanan taʼeef, ati matumaa deebitee hin ijaaramtu’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.
-