LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 25:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kanaafuu, ani harka Yihowaa irraa xoofoo sana fuudhee saboota Yihowaan itti na erge hundumaa nan obaase;+

  • Ermiyaas 25:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 mootonni Xiiros hundi, mootonni Siidoon+ hundii fi mootonni odola galaanicha biratti argamtu sanaa,

  • Ermiyaas 47:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Sababiin isaas, guyyaan dhufu sun Filisxeemota+ hundumaa ni balleessa;

      Michoota Xiirosii+ fi Siidoon+ warra hafan hundumaas isaan irraa ni kuta.

      Yihowaan Filisxeemota

      Warra odola Kaaftor*+ irraa hafan ni balleessa.

  • Hisqiʼel 26:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Yaa Xiiros, kunoo ani si irratti kaʼeera; akkuma galaanni dambalii fidutti anis saboota hedduu si irratti nan fida.

  • Hisqiʼel 27:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Ati garuu yaa ilma namaa, Xiirosiif faaruu gaddaa faarfadhu;+

  • Yooʼel 3:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Yaa Xiiros, Siidoonii fi naannoowwan Filisxeem hundi,

      Isin maal na irraa qabdu?

      Wantan isin irratti raawwadhe tokkoof gatii naaf deebisaa jirtuu?

      Gatii koo naaf deebisaa jirtu taanaan,

      Saffisa guddaadhaan wanta isin yaaddan mataa keessan irratti nan deebisa.+

  • Amoos 1:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yihowaan akkana jedha:

      ‘Fincila Xiiros siʼa sadii,+ eeyyee, siʼa afur raawwatteen kan kaʼe, ani wantan murteesse hin jijjiiru;

      Sababiin isaas, isaan guutummaa sabichaa boojiʼanii Edoomitti dabarsanii kennaniiru,

      Kakuu obbolummaas hin yaadanne.+

      10 Kanaafuu, ani dallaa Xiiros irratti ibidda nan erga,

      Innis masaraawwan ishii warra ciccimoo ni nyaata.’+

  • Zakkaariyaas 9:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Xiiros dallaa ittisaa* ijaarratteetti.

      Ishiin meetii akkuma biyyootti,

      Warqiis akkuma kosii daandii irra jiruutti tuullatteetti.+

       4 Kunoo, Yihowaan qabeenya ishii ishii irraa ni fuudha,

      Raayyaa waraanaa ishii galaana keessatti* ni rukuta;+

      Ishiinis ibiddaan gubamti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi