LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 15:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii eenyu?+

      Akka kee qulqullummaadhaan hundumaa irra kan caalu eenyu?+

      Ati sodaatamuu fi jajamuu qabda; wantoota dinqisiisoo taʼanis situ raawwata.+

  • Izraa 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yaa Yihowaa Waaqa Israaʼel, ati qajeelaa dha;+ nutis badiisa irraa oollee hamma guyyaa harʼaatti lubbuudhaan jirra. Kanaan kan kaʼe, si dura dhaabbachuun kan hin dandaʼamne taʼus, kunoo, nuti yakka keenyaa wajjin si dura jirra.”+

  • Faarfannaa 145:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Isaan gaarummaa kee isa hedduu taʼe yommuu yaadatan gammachuudhaan dubbatu,+

      Qajeelummaa keetiin kan kaʼes ni ililchu.+

  • Mulʼata 15:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan:

      “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi