Faarfannaa 78:34, 35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Isaan garuu akkuma inni isaan ajjeesuu jalqabeen isa barbaaddatu turan;+Deebiʼaniis Waaqayyoon ni barbaadu turan;35 Kanas kan godhan, Waaqayyo Qarsaa+ isaanii,Waaqni Hundaa Olii isa isaan furu* akka taʼe yaadachuudhaan ture.+ Hoseʼaa 5:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Rakkina balleessaa isaaniitiin kan kaʼe dhufu hamma baatanitti ani nan deema; gara iddoo koottis nan deebiʼa,Achiis isaan gara laafina* koo ni barbaaddatu.+ Yommuu dhiphatanitti na barbaaddatu.”+
34 Isaan garuu akkuma inni isaan ajjeesuu jalqabeen isa barbaaddatu turan;+Deebiʼaniis Waaqayyoon ni barbaadu turan;35 Kanas kan godhan, Waaqayyo Qarsaa+ isaanii,Waaqni Hundaa Olii isa isaan furu* akka taʼe yaadachuudhaan ture.+
15 Rakkina balleessaa isaaniitiin kan kaʼe dhufu hamma baatanitti ani nan deema; gara iddoo koottis nan deebiʼa,Achiis isaan gara laafina* koo ni barbaaddatu.+ Yommuu dhiphatanitti na barbaaddatu.”+