LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 35:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yeroo sanatti naafti akkuma gadamsaatti ni utaala,+

      Arrabni nama dubbachuu hin dandeenyees ni ililcha.+

      Sababiin isaas, lafa onaa keessatti bishaanonni ni burqu,

      Gammoojjii keessattis lageen ni yaaʼu.

  • Isaayyaas 41:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Tabbawwan duwwaa taʼan irra lageen,+

      Dirreewwan sulula keessatti argaman keessattis burqaawwan bishaanii akka yaaʼan nan godha.+

      Lafa onaa gara bishaan kuufamaa biqiltuudhaan guutametti,

      Lafa bishaan hin qabnes gara burqaawwan bishaaniitti nan jijjiira.+

  • Isaayyaas 58:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan yeroo hundumaa si geggeessa,

      Biyya waxalamaa keessatti illee si* quubsa;+

      Lafeewwan kee ni jabeessa,

      Atis akkuma iddoo biqiltuu akka gaariitti bishaan argatee,+

      Akkuma burqaa matumaa bishaan keessaa hin dhabamnee ni taata.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi