-
Isaayyaas 60:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Namoonni kee hundi qajeelota ni taʼu;
Bara baraafis biyyattii ni dhaalu.
22 Inni xinnaan kuma,
Inni hundumaa irra xinnaatus saba jabaa ni taʼa.
Ani Yihowaan yeroo isaatti kana nan saffisiisa.”
-
-
Ermiyaas 30:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yihowaan akkana jedha:
“Kunoo, ani warra dunkaanota Yaaqoob keessaa boojiʼaman walitti nan qaba,+
Godoowwan qulqulluu isaatiifis nan gadda.
Magaalattiin tabba ishii irratti deebitee ni ijaaramti,+
Masaraan cimaan sunis iddoo isaa isa sirrii taʼe irra ni dhaabbata.
19 Isaan keessaas galannii fi sagaleen kolfaa ni baʼa.+
-