LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 30:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Waaqni kee Yihowaan gara biyya abbootiin kee dhaalaan fudhatanitti si deebisa; atis isa ni dhaalta; innis abbootii kee caalaa badhaadhaa si godha, si baayʼisas.+

  • Isaayyaas 27:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Guyyoota dhufanitti Yaaqoob hidda ni baafata,

      Israaʼel ni daraara, ni latas,+

      Isaanis biyyattii oomishaan ni guutu.+

  • Zakkaariyaas 10:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 ‘Ani siiqsuudhaan walitti isaan nan qaba;

      Isaan nan fura,+ isaanis hedduu ni taʼu,

      Baayʼachuu isaaniis ittuma fufu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi