LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 3:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Luboonni, Leewwonnii fi dura buutonni manneen abbootii hedduun, jechuunis maanguddoonni warri mana isa durii argan,+ buʼuurri mana kanaa kaaʼamuu isaa yommuu argan sagalee isaanii ol kaasanii booʼan; namoonni hedduun kaan garuu sagalee isaanii ol kaasanii ililchan.+

  • Nahimiyaa 8:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Akka kanaan guutummaan gumii warra boojuudhaa deebiʼan qabate daasiiwwan hojjetee daasiiwwan sana keessa ni taaʼe; Israaʼelonni bara Iyyaasuu+ ilma Nuunii jalqabee hamma guyyaa sanaatti ayyaanicha akkanatti kabajanii waan hin beekneef gammachuu guddaatu taʼe.+

  • Isaayyaas 35:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Warri Yihowaan fure ililchaa deebiʼanii gara Xiyoon ni dhufu.+

      Isaan gammachuu dhuma hin qabne ni gonfatu.+

      Ni gammadu, ni ililchus,

      Gaddii fi aaduunis achii ni baqatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi