LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 16:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ati, ilmi kee, intalli tee, garbichi kee, garbittiin tee, Leewwonni, namni biyya ormaa, daaʼimni abbaa hin qabnee fi dubartiin abbaan manaa irraa duʼe, warri magaalota kee keessa jiran yeroo ayyaanaa kee kanatti gammadaa.+ 15 Waaqni kee Yihowaan oomisha kee hundumaa fi wanta gootu hundumaa waan eebbisuuf,+ bakka Yihowaan filatutti guyyaa torba Waaqa kee Yihowaadhaaf ayyaana ni kabajja;+ atis baayʼee ni gammadda.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi