LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 126:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 126 Yihowaan yeroo namoota Xiyoon warra boojiʼaman deebisee walitti qabetti+

      Abjuu keessa kan jirru nutti fakkaate.

  • Faarfannaa 126:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Namni korojoo sanyii isaa baatee baʼu,

      Booʼaa kan gad baʼu taʼus,

      Bissiiwwan midhaanii isaa baatee,+

      Ililchaa akka deebiʼu beekamaa dha.+

  • Isaayyaas 35:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Warri Yihowaan fure ililchaa deebiʼanii gara Xiyoon ni dhufu.+

      Isaan gammachuu dhuma hin qabne ni gonfatu.+

      Ni gammadu, ni ililchus,

      Gaddii fi aaduunis achii ni baqatu.+

  • Zakkaariyaas 4:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Harki Zarubaabel buʼuura mana kanaa kaaʼeera,+ kan ijaaree xumurus harkuma isaa ti.+ Isinis gara keessanitti kan na erge Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼuu isaa dhugumaan ni hubattu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi