Leewwota 26:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Kun hundi isaan irra gaʼus, yeroo isaan biyya diinota isaanii keessa jiranitti ani guutummaatti isaan dhiisuudhaan+ yookiin guutummaatti hamman isaan balleessutti isaan gatuudhaan kakuun isaanii wajjin gale hin cabsu;+ ani Waaqa isaanii Yihowaa dha. Ermiyaas 10:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Yaa Yihowaa, haqaan na sirreessi,Garuu guutummaatti akka na hin balleessineef,+ dheekkamsa keetiin hin taʼin.+
44 Kun hundi isaan irra gaʼus, yeroo isaan biyya diinota isaanii keessa jiranitti ani guutummaatti isaan dhiisuudhaan+ yookiin guutummaatti hamman isaan balleessutti isaan gatuudhaan kakuun isaanii wajjin gale hin cabsu;+ ani Waaqa isaanii Yihowaa dha.
24 Yaa Yihowaa, haqaan na sirreessi,Garuu guutummaatti akka na hin balleessineef,+ dheekkamsa keetiin hin taʼin.+