LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 47:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Haa taʼu malee, wantoonni kun lamaan guyyuma tokkotti akka tasaa si irra gaʼu:+

      Ijoolleen kee ni duʼu, atis dubartii abbaan manaa irraa duʼe ni taata.

      Falfala hedduu fi dawweessaa raawwatte hundumaatiin kan kaʼe,*+

      Balaawwan kun humna guddaadhaan sitti dhufu.+

  • Isaayyaas 48:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 “Ani wantoota duraanii* yeroo dheeraa dura isinitti himeera.

      Afaanuma kootu kana dubbate,

      Akka beekaman kan godhes ana dha.+

      Akkuma tasaa tarkaanfii nan fudhadhe, isaanis ni taʼan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi