Isaayyaas 35:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Lafti onaanii fi lafti waxalamaan ni gammadu,+Gammoojjiin ni gammada, akkuma saafronittis* ni daraara.+ Isaayyaas 41:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Gammoojjii keessatti muka gaattiraa,Muka laaftoo, muka hadaasii* fi muka zayitiin irraa argamu nan dhaaba.+ Dirree gammoojjii keessatti muka birbirsaa,Muka aashii* fi muka gosa gaattiraa nan dhaaba;+
35 Lafti onaanii fi lafti waxalamaan ni gammadu,+Gammoojjiin ni gammada, akkuma saafronittis* ni daraara.+
19 Gammoojjii keessatti muka gaattiraa,Muka laaftoo, muka hadaasii* fi muka zayitiin irraa argamu nan dhaaba.+ Dirree gammoojjii keessatti muka birbirsaa,Muka aashii* fi muka gosa gaattiraa nan dhaaba;+