Isaayyaas 19:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Bulchitoonni Zoʼaan+ gowwoota dha. Gorsitoonni Faraʼoon warri hunda caalaa ogeeyyii taʼan gorsa sirrii hin taane kennu.+ Isin akkamitti Faraʼooniin,“Ani sanyii ogeeyyii ti,Ani sanyii mootota durii ti” jettu? Hisqiʼel 30:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Phaatros+ ona akka taatu nan godha; Zoʼaan keessatti ibidda nan qabsiisa; Noo*+ irrattis murtii nan dabarsa.
11 Bulchitoonni Zoʼaan+ gowwoota dha. Gorsitoonni Faraʼoon warri hunda caalaa ogeeyyii taʼan gorsa sirrii hin taane kennu.+ Isin akkamitti Faraʼooniin,“Ani sanyii ogeeyyii ti,Ani sanyii mootota durii ti” jettu?
14 Phaatros+ ona akka taatu nan godha; Zoʼaan keessatti ibidda nan qabsiisa; Noo*+ irrattis murtii nan dabarsa.