LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 34:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe,

  • Hisqiʼel 36:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ani isinii wajjinan jira; gara keessanitti nan garagala; isin ni qotamtu, sanyiinis isin irratti ni facaafama. 10 Saba keessan, jechuunis guutummaa mana Israaʼel, eeyyee, hunda isaanii nan baayʼisa; magaalonni kan namni keessa jiraatu ni taʼu;+ diiggaawwanis deebiʼanii ni ijaaramu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi