Isaayyaas 10:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Kanaafuu, Gooftaa Ol Aanaa kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Sabni koo warri Xiyoon keessa jiraattan, Asoorota warra akkuma Gibxiin gootetti+ uleedhaan isin reebaa fi harcummee isaanii isin irratti kaasaa turan+ hin sodaatinaa. Isaayyaas 10:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Yihowaan Gooftaan Raayyaa, yeroo qarsaa Oreeb biratti Miidiyaaniin moʼetti akkuma godhe,+ alangaa isa irratti ni mirmirsa.+ Uleen isaas galaanicha gubbaa ni taʼa; akkuma Gibxii irratti godhettis ulee sana ol ni kaasa.+
24 Kanaafuu, Gooftaa Ol Aanaa kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Sabni koo warri Xiyoon keessa jiraattan, Asoorota warra akkuma Gibxiin gootetti+ uleedhaan isin reebaa fi harcummee isaanii isin irratti kaasaa turan+ hin sodaatinaa.
26 Yihowaan Gooftaan Raayyaa, yeroo qarsaa Oreeb biratti Miidiyaaniin moʼetti akkuma godhe,+ alangaa isa irratti ni mirmirsa.+ Uleen isaas galaanicha gubbaa ni taʼa; akkuma Gibxii irratti godhettis ulee sana ol ni kaasa.+